-
Iyyaasuu 2:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Dubartittiin garuu namoota lamaan sana fuutee dhoksite. Achiis akkana jette: “Dhugaa dha, namoonni sun gara koo dhufanii turan; eessaa akka dhufan garuu hin beeku.
-
-
Iyyaasuu 2:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 (Ishiin garuu gara baaxiitti ol isaan geessitee agadaa talbaa baaxii irratti afame keessa isaan dhoksitee turte.)
-