-
Uumama 27:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Namoonni si haa tajaajilan; saboonnis siif haa sagadan. Obboloota kee irratti gooftaa taʼi; ilmaan haadha tees siif haa sagadan.+ Kan si abaaru hundi abaaramaa haa taʼu; kan si eebbisu hundis eebbifamaa haa taʼu.”+
30 Yisihaaq Yaaqoobiin eebbisee akkuma xumureen, Yaaqoobis abbaa isaa Yisihaaq biraa akkuma deemeen, obboleessi isaa Esaawu adamoo irraa ni deebiʼe.+
-