Uumama 25:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaanis, “Sabni lama gadameessa kee keessa jira;+ uummanni si keessaa baʼan lamaanis adda adda ni baʼu;+ sabni inni tokko saba isa kan biraa irra kan cimu taʼa;+ inni angafaas isa quxisuu ni tajaajila”+ ishiidhaan jedhe.
23 Yihowaanis, “Sabni lama gadameessa kee keessa jira;+ uummanni si keessaa baʼan lamaanis adda adda ni baʼu;+ sabni inni tokko saba isa kan biraa irra kan cimu taʼa;+ inni angafaas isa quxisuu ni tajaajila”+ ishiidhaan jedhe.