LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+

  • Uumama 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Warra si eebbisan nan eebbisa; isa si abaaru immoo nan abaara;+ maatiiwwan lafa irraa hundis dhugumaan karaa kee ni eebbifamu.”*+

  • Uumama 28:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaafuu, Yisihaaq Yaaqoobiin waamee erga eebbisee booda akkana jedhee isa ajaje: “Shamarran Kanaʼaan keessaa haadha manaa hin fuudhin.+

  • Uumama 28:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqni Inni Hundumaa Dandaʼu si eebbisa; ijoollee hedduu siif ni kenna; si baayʼisas; atis dhugumaan gumii namoota hedduu ni taata.+

  • Uumama 31:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Waaqni abbaa kootii,+ Waaqni Abrahaamii fi inni Yisihaaq sodaatu*+ sun utuu naa wajjin hin jiru taʼee, silaa amma harka duwwaa na geggeessita turte. Waaqayyo dhiphina koo fi dhamaʼee hojjechuu koo argeera; inni eda galgala kan si akeekkachiises kanaafi.”+

  • Hisqiʼel 25:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Edoom mana Yihudaa irratti haaloo baʼeera; isaan irratti haaloo baʼuudhaanis yakka guddaa of irratti fideera;+ 13 kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Harka koo Edoom irratti diriirsee namas taʼe horii isa keessaa nan balleessa; isas ona nan godha.+ Isaan Temaan irraa jalqabee hamma Deedaanitti goraadeedhaan ni kufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi