-
2 Seenaa Baraa 28:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Edoomonni ammas Yihudaa weeraranii haleeluudhaan namoota boojiʼanii fudhatan.
-
-
Faarfannaa 137:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yaa Yihowaa,
Guyyaa Yerusaalem kuftetti wanta Edoomonni,
“Ishii diigaa! Hamma buʼuurawwan ishiitti ishii diigaa!”+ jechuudhaan dubbatan yaadadhu.
-
-
Amoos 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan akkana jedha:
‘Fincila Edoom siʼa sadii,+ eeyyee, siʼa afur raawwateen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;
Sababiin isaas, inni obboleessa isaa goraadeedhaan ariʼeera,+
Gara laafina argisiisuus dideera;
Aarii isaatiin garaa jabaatee isaan ciccireera,
Isaanitti dheekkamuu isaas ittuma fufe.+
-