Leewwota 26:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Kun hundi isaan irra gaʼus, yeroo isaan biyya diinota isaanii keessa jiranitti ani guutummaatti isaan dhiisuudhaan+ yookiin guutummaatti hamman isaan balleessutti isaan gatuudhaan kakuun isaanii wajjin gale hin cabsu;+ ani Waaqa isaanii Yihowaa dha. Isaayyaas 52:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yaa Xiyoon, dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!+ Yaa Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taate nana, uffata kee isa bareedaa uffadhu!+ Sababiin isaas, kana booda dhaqna kan hin qabannee fi xuraaʼaa kan taʼe sitti hin seenu.+ Isaayyaas 60:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana booda biyya kee keessatti jeequmsiYookiin daangaawwan kee keessatti badiisnii fi diigamuun hin dhagaʼamu.+ Atis dallaawwan kee Fayyina,+ karrawwan kees Jajannaa jettee ni waamta.
44 Kun hundi isaan irra gaʼus, yeroo isaan biyya diinota isaanii keessa jiranitti ani guutummaatti isaan dhiisuudhaan+ yookiin guutummaatti hamman isaan balleessutti isaan gatuudhaan kakuun isaanii wajjin gale hin cabsu;+ ani Waaqa isaanii Yihowaa dha.
52 Yaa Xiyoon, dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!+ Yaa Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taate nana, uffata kee isa bareedaa uffadhu!+ Sababiin isaas, kana booda dhaqna kan hin qabannee fi xuraaʼaa kan taʼe sitti hin seenu.+
18 Kana booda biyya kee keessatti jeequmsiYookiin daangaawwan kee keessatti badiisnii fi diigamuun hin dhagaʼamu.+ Atis dallaawwan kee Fayyina,+ karrawwan kees Jajannaa jettee ni waamta.