23 Haa taʼu malee, Yihowaan kakuu Abrahaam,+ Yisihaaqii+ fi Yaaqoobii+ wajjin galeef jedhee gaarummaa fi gara laafina isaanitti ni argisiise;+ akkasumas isaaniif akka yaadu ni argisiise. Inni isaan balleessuu hin barbaanne; hamma harʼaattis of duraa isaan hin gatne.