LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 14:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kunis kan taʼe, Yihowaan rakkina cimaa Israaʼel irra gaʼe waan argeef ture.+ Warra gargaarsa hin qabne yookiin warra dadhaboo taʼan dabalatee, Israaʼeliin kan gargaaru tokko illee hin jiru ture. 27 Haa taʼu malee, Yihowaan samii jalaa maqaa Israaʼel haxaaʼee akka hin balleessine waadaa galee ture.+ Kanaafuu, inni harka Yeroboʼaam ilma Yoʼaasitti fayyadamee isaan oolche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi