Baʼuu 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaanis itti dabaluudhaan akkana jedhe: “Ani dhugumaan rakkina saba koo warra Gibxii keessa jiranii argeera; warra dirqamaan isaan hojjechiisaniin kan kaʼe iyya isaan dhageessisan dhagaʼeera; miidhaa isaan irra gaʼaa jirus akka gaariitti nan beeka.+ Abbootii Murtii 10:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Akkasumas isaan waaqolii ormaa of gidduudhaa balleessanii Yihowaa tajaajilan;+ kanaafuu, inni sana booda dhiphina Israaʼel+ callisee bira darbuu hin dandeenye.* Faarfannaa 106:43, 44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Inni yeroo baayʼee isaan ni oolche,+Isaan garuu ni fincilu, ajajamuu ni didu,+Balleessaa isaaniitiin kan kaʼes ni salphatu turan.+ 44 Inni garuu dhiphina isaanii ni ilaala,+Iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessanis ni dhagaʼa ture.+
7 Yihowaanis itti dabaluudhaan akkana jedhe: “Ani dhugumaan rakkina saba koo warra Gibxii keessa jiranii argeera; warra dirqamaan isaan hojjechiisaniin kan kaʼe iyya isaan dhageessisan dhagaʼeera; miidhaa isaan irra gaʼaa jirus akka gaariitti nan beeka.+
16 Akkasumas isaan waaqolii ormaa of gidduudhaa balleessanii Yihowaa tajaajilan;+ kanaafuu, inni sana booda dhiphina Israaʼel+ callisee bira darbuu hin dandeenye.*
43 Inni yeroo baayʼee isaan ni oolche,+Isaan garuu ni fincilu, ajajamuu ni didu,+Balleessaa isaaniitiin kan kaʼes ni salphatu turan.+ 44 Inni garuu dhiphina isaanii ni ilaala,+Iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessanis ni dhagaʼa ture.+