13 Irra deddeebiʼees Waaqayyoon ni kadhate; Waaqayyos kadhannaa isaa fi wawwaannaa inni fudhatama argachuuf dhiheesse dhagaʼee gara Yerusaalemitti, gara mootummaa isaatti isa deebise.+ Achiis Minaaseen Yihowaan Waaqa dhugaa taʼuu isaa ni beeke.+
15 Achiis waaqolii ormaa fi bifa waaqa tolfamaa mana Yihowaa keessa ture,+ akkasumas iddoowwan aarsaa gaara mana Yihowaa keessattii fi Yerusaalem keessatti ijaaree+ ture hundumaa ni balleesse; magaalattiidhaa alatti akka gatamanis ni godhe.