4 Kana malees inni bakka Yihowaan waaʼee ishii, “Ani maqaa koo Yerusaalem keessa nan kaaʼa”+ jedhee dubbatetti, jechuunis mana Yihowaa keessatti iddoowwan aarsaa ni ijaare.+ 5 Akkasumas, mooraawwan mana Yihowaa lamaan+ keessatti guutummaa raayyaa samiitiif iddoowwan aarsaa ni ijaare.+