-
Faarfannaa 105:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Inni kakuu isaa bara baraaf,
Waadaa gales* dhaloota kumaaf ni yaadata;+
-
Miikiyaas 7:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Ati akkuma bara duriitti abbootii keenyaaf kakattetti,+
Yaaqoobitti amanamummaa,
Abrahaamittis jaalala amanamaa ni argisiista.
-
-
-