-
Keessa Deebii 7:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Waaqni kee Yihowaan Waaqa dhugaa, Waaqa amanamaa, Waaqa warra isa jaallatanii fi ajajawwan isaa eeganiif hamma dhaloota kumaatti kakuu isaa eeguu fi jaalala amanamaa argisiisu taʼuu isaa akka gaariitti beekta.+
-
-
Nahimiyaa 1:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Akkana nan jedhe: “Warra si jaallatanii fi ajajawwan kee eeganiif kakuu kee kan eegduu fi jaalala amanamaa kan argisiistu, Waaqa guddaa fi sodaachisaa, Waaqa samiiwwanii kan taate yaa Yihowaa,+
-