LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Ani sii fi sanyii kee warra si booda dhufaniif Waaqa taʼuudhaaf, anaa fi si gidduutti, akkasumas anaa fi sanyii kee warra si booda dhufan guutummaa dhaloota isaanii gidduutti kakuu bara baraa akka taʼuuf kakuu koo nan eega.+

  • Leewwota 26:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Anis kakuu koo isan Yaaqoobii wajjin galee+ fi kakuu koo isan Yisihaaqii wajjin gale nan yaadadha;+ akkasumas kakuu koo isan Abrahaamii wajjin gale nan yaadadha;+ biyyattiis nan yaadadha.

  • Faarfannaa 106:45, 46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Isaaniif jedhee kakuu isaa ni yaadata,

      Jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa* taʼeen kakaʼees isaaniif ni gadda ture.*+

      46 Warri isaan boojiʼan hundi

      Akka isaaniif gaddan ni godha ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi