Uumama 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare. Keessa Deebii 4:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan Waaqa gara laafessa taʼe dha.+ Inni si hin dhiisu yookiin si hin balleessu yookiin kakuu abbootii keetiif kakate hin irraanfatu.+ Faarfannaa 106:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Isaaniif jedhee kakuu isaa ni yaadata,Jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa* taʼeen kakaʼees isaaniif ni gadda ture.*+
7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare.
31 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan Waaqa gara laafessa taʼe dha.+ Inni si hin dhiisu yookiin si hin balleessu yookiin kakuu abbootii keetiif kakate hin irraanfatu.+
45 Isaaniif jedhee kakuu isaa ni yaadata,Jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa* taʼeen kakaʼees isaaniif ni gadda ture.*+