-
Uumama 13:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Loox isa irraa erga addaan baʼee booda Yihowaan Abraamiin akkana jedhe: “Maaloo, ol jedhiitii bakka jirtu kana irraa gara kaabaa fi gara kibbaa, akkasumas gara bahaa fi gara dhihaa ilaali; 15 sababiin isaas, ani biyya ilaaltu kana hundumaa sii fi sanyii keetiif dhaala dhaabbataa godhee nan kenna.+
-
-
Uumama 15:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Itti dabaluudhaanis, “Ani Yihowaa isa biyya kana dhaalaan siif kennuudhaaf Uur ishii magaalaa Kaladootaa keessaa si baase dha” isaan jedhe.+
-