-
Baʼuu 6:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kana malees, ani biyya Kanaʼaan isa nama biyya ormaa taʼanii keessa jiraatan isaaniif kennuuf isaanii wajjin kakuu galeera.+
-
-
Ibroota 11:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Abrahaam+ yommuu waamame, iddoo akka dhaalaatti fudhachuuf jedhu sana dhaquuf amantiidhaan ajajame; eessa akka dhaqu kan hin beekne taʼus, iddoo jiraatu dhiisee baʼe.+ 9 Inni Yisihaaqii fi Yaaqoob warra isaa wajjin waadaa kana dhaalanii wajjin dunkaana keessa jiraachuudhaan+ akka waan biyya ormaa keessa jiraatutti keessummaa taʼee biyya waadaa isaaf galame+ sana keessa amantiidhaan jiraate.+
-