18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+
4 Ati biyya nama ormaa taatee keessa jiraachaa jirtu, isa Waaqayyo Abrahaamiif kenne+ dhaalaan akka fudhattuuf, inni eebba Abrahaamiif+ waadaa gale sana sii fi sanyii keetiif ni kenna.”