LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare.

  • Uumama 15:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis Waaqayyo Abraamiin akkana jedhe: “Sanyiin kee biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni achi jiranis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan beeki.+

  • Uumama 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi.

  • Uumama 17:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Biyya nama biyya ormaa taatee keessa jiraatte,+ jechuunis guutummaa biyya Kanaʼaan sii fi sanyii kee warra si booda dhufaniif dhaala dhaabbataa taʼe godhee nan kenna; Waaqa isaaniis nan taʼa.”+

  • Ibroota 11:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Inni Yisihaaqii fi Yaaqoob warra isaa wajjin waadaa kana dhaalanii wajjin dunkaana keessa jiraachuudhaan+ akka waan biyya ormaa keessa jiraatutti keessummaa taʼee biyya waadaa isaaf galame+ sana keessa amantiidhaan jiraate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi