LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare.

  • Uumama 26:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akka nama biyya ormaa taʼiitii biyya kana keessa jiraadhu;+ biyyoota kana hundumaa sii fi sanyii keetiif waanan kennuuf,+ ani sii wajjin nan taʼa, sin eebbisas; kakaa ani akkana jedhee abbaa kee Abrahaamiif kakadhes nan raawwadha:+

  • Uumama 28:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe:

      “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi