Uumama 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare. Uumama 28:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ati biyya nama ormaa taatee keessa jiraachaa jirtu, isa Waaqayyo Abrahaamiif kenne+ dhaalaan akka fudhattuuf, inni eebba Abrahaamiif+ waadaa gale sana sii fi sanyii keetiif ni kenna.” Faarfannaa 105:9-11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni kakuu Abrahaamii wajjin gale,+Kakaa Yisihaaqiif kakates ni yaadata;+10 Isa Yaaqoobiif labsii godhee,Israaʼeliifis kakuu dhaabbataa godhee hundeesse ni yaadata;11 Inni, “Ani biyya KanaʼaanDhaala siif ramadame godhee siif nan kenna” jedheera.+
7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare.
4 Ati biyya nama ormaa taatee keessa jiraachaa jirtu, isa Waaqayyo Abrahaamiif kenne+ dhaalaan akka fudhattuuf, inni eebba Abrahaamiif+ waadaa gale sana sii fi sanyii keetiif ni kenna.”
9 Inni kakuu Abrahaamii wajjin gale,+Kakaa Yisihaaqiif kakates ni yaadata;+10 Isa Yaaqoobiif labsii godhee,Israaʼeliifis kakuu dhaabbataa godhee hundeesse ni yaadata;11 Inni, “Ani biyya KanaʼaanDhaala siif ramadame godhee siif nan kenna” jedheera.+