Luqaas 1:72, 73 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 72 Wanta abbootii keenyatti dubbate raawwachuudhaan gara laafina isaanitti argisiisa; kakuu isaa isa qulqulluus ni yaadata;+ 73 kunis kakuu inni abbaa keenya Abrahaamiif kakate dha;+
72 Wanta abbootii keenyatti dubbate raawwachuudhaan gara laafina isaanitti argisiisa; kakuu isaa isa qulqulluus ni yaadata;+ 73 kunis kakuu inni abbaa keenya Abrahaamiif kakate dha;+