Keessa Deebii 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Innis kakuu isaa isa akka eegdan isin ajaje sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan*+ sana isiniif ni labse.+ Achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreesse.+ Ermiyaas 14:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Maqaa keetiif jedhiitii nu hin dhiisin;+Teessoo kee isa ulfina qabeessa taʼe hin tuffatin. Kakuu nuu wajjin galte yaadadhu, hin cabsinis.+
13 Innis kakuu isaa isa akka eegdan isin ajaje sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan*+ sana isiniif ni labse.+ Achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreesse.+
21 Maqaa keetiif jedhiitii nu hin dhiisin;+Teessoo kee isa ulfina qabeessa taʼe hin tuffatin. Kakuu nuu wajjin galte yaadadhu, hin cabsinis.+