LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Waaqayyo dubbii kana hundumaa ni dubbate:+

  • Baʼuu 34:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Innis guyyaa 40 fi halkan 40f achuma Yihowaa bira ture. Inni nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+ Innis* jechoota kakuu sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan* gabateewwan sana irratti ni barreesse.+

  • Keessa Deebii 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Innis jechoota duraan barreesse,+ jechuunis Ajajawwan Kurnan*+ warra Yihowaan guyyaa yaaʼichaatti*+ gaaricha irratti ibidda keessaa isinitti dubbate sana+ gabateewwan kana irratti ni barreesse; achiis Yihowaan gabateewwan sana natti kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi