Baʼuu 32:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Achiis Museen gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lamaan sana harka isaatti qabatee+ deebiʼee gaaricha irraa gad ni buʼe. Gabateewwan sun karaa lamaan kan irratti bocame turan; fuulduraa fi duubaan kan irratti barreeffame turan.
15 Achiis Museen gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lamaan sana harka isaatti qabatee+ deebiʼee gaaricha irraa gad ni buʼe. Gabateewwan sun karaa lamaan kan irratti bocame turan; fuulduraa fi duubaan kan irratti barreeffame turan.