22 “Yihowaan ajajawwan kana gaaricha irratti ibidda, duumessaa fi duumessa gurraacha keessaa+ sagalee guddaadhaan guutummaa gumii keessaniitti dubbate; kana irrattis homaa hin daballe; achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreessee natti kenne.+