2 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani duumessa+ keessatti qadaadicha gubbaatti waanan mulʼadhuuf,+ inni akka hin duuneef+ golgicha+ keessa gara iddoo qulqulluutti,+ jechuunis gara qadaada isa Taaboticha irra jiru fuulleetti yeruma barbaadetti akka hin seenne obboleessa kee Aaronitti himi.