-
Lakkoofsa 4:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Kanaa mannaa, isaan lubbuudhaan akka jiraataniif, akkasumas wanta hundumaa caalaa qulqulluu+ taʼetti yommuu dhihaatan akka hin duuneef akkana isaaniif godhaa. Aaronii fi ilmaan isaa ol seenanii tokkoon tokkoon isaanii tajaajila isaan raawwatanii fi wanta isaan baatan isaaniif ni ramadu. 20 Isaan ol seenanii yeroo gabaabaadhaaf illee wantoota qulqulluu ilaaluu hin qaban; akkana yoo godhan garuu ni duʼu.”+
-