LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 40:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Akkuma Yihowaan Musee ajajetti Taaboticha godoo qulqulluu sanatti ni galche; golgaa+ isaa sanas iddoo isaatti fannisee taabota Dhugaa Baatuu sana golgichaan ni dhokse.+

  • Ibroota 6:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Abdii jabaa fi amansiisaa akka qofoo dooniitti lubbuu qabee dhaabu kana qabna;+ abdiin kunis golgaa sana keessa darbee ol seena;+

  • Ibroota 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Golgaa+ isa lammaffaa duuba immoo kutaan dunkaanichaa, “Hundumaa Caalaa Qulqulluu”+ jedhamu jira.

  • Ibroota 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 kutaa isa lammaffaatti garuu luba ol aanaatu kophaa isaa waggaatti al tokko seena;+ inni dhiiga cubbuu ofii isaatii+ fi cubbuu sabichi+ utuu hin beekin hojjeteef dhiheessu utuu hin qabatin hin seenu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi