-
Leewwota 16:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Achiis Aaron jibicha aarsaa cubbuu ofii isaatiif taʼu haa dhiheessu; inni ofii isaatii+ fi mana isaatiif araara ni argamsiisa.
-
-
Leewwota 16:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “Aaron jibicha aarsaa cubbuu isaatiif dhihaatu sana dhiheessee, ofii isaatii fi mana isaatiif araara ni argamsiisa; sana booda jibicha aarsaa cubbuu ofii isaatiif taʼu sana ni qala.+
-