LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Aaron iddoo aarsaa sana qulqulleessuuf dhiiga horii isa aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu irraa+ gaanfota iddoo aarsaa irratti haa dibu. Innis isa qulqulleessuuf guutummaa dhaloota keessanii keessatti waggaatti siʼa tokko akkana haa godhu.+ Inni Yihowaadhaaf hundumaa caalaa qulqulluu dha.”

  • Leewwota 16:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Dhiiga jibicha sanaa irraa muraasa fuudhee+ qadaadicha fuulduratti kallattii bahaatti quba isaatiin ni facaasa; dhiiga sana irraa muraasa isaa immoo qadaadicha fuulduratti quba isaatiin siʼa torba ni facaasa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi