-
Ibroota 9:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Sababiin isaas, Kiristoos iddoo qulqulluu isa harkaan hojjetame, isa fakkeenya isa dhugaa sanaa taʼetti+ hin seenne;+ kanaa mannaa, amma nuuf jedhee Waaqayyo* duratti mulʼachuuf+ kallattiidhaan gara samiitti seene.+ 25 Kunis, akka lubni ol aanaan dhiiga isa kan ofii isaa hin taane qabatee waggaa waggaadhaan gara iddoo qulqulluutti seenutti+ yeroo baayʼee of dhiheessuuf hin turre.
-
-
Ibroota 10:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 sababiin isaas, dhiigni jibootaa fi dhiigni reʼootaa cubbuu balleessuu hin dandaʼu.
-
-
Ibroota 10:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Namni kun garuu yeroo hundumaatiif akka taʼutti cubbuudhaaf aarsaa tokko dhiheessee mirga Waaqayyoo taaʼe;+
-