LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada.

      Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiin

      Namoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+

      Yakka isaaniis ni baata.+

  • 2 Qorontos 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 kanaanis Waaqayyo cubbuu isaanii utuu isaanitti hin lakkaaʼin,+ karaa Kiristoos addunyaa ofitti araarsaa ture;+ ergaa araarsuu kanas imaanaadhaan nutti kenneera.+

  • 1 Yohaannis 2:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yaa ijoollee koo, wantoota kana kanan isiniif barreessu akka isin cubbuu hin hojjenneefi. Haa taʼu malee, namni kam iyyuu cubbuu yoo hojjete nuti Abbaa biraa gargaaraa* qabna; innis Yesuus Kiristoos+ isa qajeelaa taʼe dha.+ 2 Inni aarsaa+ araaraa cubbuu keenyaaf dhihaate dha;+ taʼus cubbuu guutummaa addunyaatiifis+ malee cubbuu keenyaaf qofa miti.

  • 1 Yohaannis 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Jaalala jechuun kana dha; kunis nuti Waaqayyoon waan jaallanneef utuu hin taʼin, Waaqayyo waan nu jaallateef, cubbuu keenyaaf aarsaa+ araaraa akka taʼu Ilma isaa erguu isaa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi