Leewwota 16:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani duumessa+ keessatti qadaadicha gubbaatti waanan mulʼadhuuf,+ inni akka hin duuneef+ golgicha+ keessa gara iddoo qulqulluutti,+ jechuunis gara qadaada isa Taaboticha irra jiru fuulleetti yeruma barbaadetti akka hin seenne obboleessa kee Aaronitti himi. Leewwota 16:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Israaʼelotaaf cubbuu isaanii hundumaatiif waggaatti siʼa tokko araara argamsiisuuf,+ kun isiniif dambii dhaabbataa taʼee tajaajila.”+ Kanaafuu, inni akkuma Yihowaan Musee ajaje ni godhe.
2 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani duumessa+ keessatti qadaadicha gubbaatti waanan mulʼadhuuf,+ inni akka hin duuneef+ golgicha+ keessa gara iddoo qulqulluutti,+ jechuunis gara qadaada isa Taaboticha irra jiru fuulleetti yeruma barbaadetti akka hin seenne obboleessa kee Aaronitti himi.
34 Israaʼelotaaf cubbuu isaanii hundumaatiif waggaatti siʼa tokko araara argamsiisuuf,+ kun isiniif dambii dhaabbataa taʼee tajaajila.”+ Kanaafuu, inni akkuma Yihowaan Musee ajaje ni godhe.