10 Aaron iddoo aarsaa sana qulqulleessuuf dhiiga horii isa aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu irraa+ gaanfota iddoo aarsaa irratti haa dibu. Innis isa qulqulleessuuf guutummaa dhaloota keessanii keessatti waggaatti siʼa tokko akkana haa godhu.+ Inni Yihowaadhaaf hundumaa caalaa qulqulluu dha.”