LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 16:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Inni yaaʼii Israaʼel+ irraa aarsaa cubbuutiif reʼoota xobbaallaa kormaa lama, aarsaa gubamuuf immoo korbeessa hoolaa tokko haa fudhatu.

      6 “Achiis Aaron jibicha aarsaa cubbuu ofii isaatiif taʼu haa dhiheessu; inni ofii isaatii+ fi mana isaatiif araara ni argamsiisa.

  • Leewwota 16:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Sana booda gara iddoo aarsaa+ isa Yihowaa dura jiruutti gad baʼee iddoo aarsaa sanaaf araara ni argamsiisa; achiis dhiiga jibicha sanaa fi dhiiga reʼee sanaa irraa muraasa fuudhee gaanfota iddoo aarsaa kallattii hundumaatiin argaman sana ni diba. 19 Achiis dhiiga sana irraa muraasa isaa fuudhee quba isaatiin iddoo aarsaa sana irratti siʼa torba facaasuudhaan, gocha xuraaʼummaa Israaʼelotaa irraa isa ni qulqulleessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi