Leewwota 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Haa taʼu malee, jiʼa torbaffaa kana keessaa guyyaan kurnaffaan Guyyaa Araaraa ti.+ Walgaʼii qulqulluu kabajaa, of cunqursaa,*+ akkasumas aarsaa ibiddaan dhihaatu Yihowaadhaaf dhiheessaa. Ibroota 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 kutaa isa lammaffaatti garuu luba ol aanaatu kophaa isaa waggaatti al tokko seena;+ inni dhiiga cubbuu ofii isaatii+ fi cubbuu sabichi+ utuu hin beekin hojjeteef dhiheessu utuu hin qabatin hin seenu.+
27 “Haa taʼu malee, jiʼa torbaffaa kana keessaa guyyaan kurnaffaan Guyyaa Araaraa ti.+ Walgaʼii qulqulluu kabajaa, of cunqursaa,*+ akkasumas aarsaa ibiddaan dhihaatu Yihowaadhaaf dhiheessaa.
7 kutaa isa lammaffaatti garuu luba ol aanaatu kophaa isaa waggaatti al tokko seena;+ inni dhiiga cubbuu ofii isaatii+ fi cubbuu sabichi+ utuu hin beekin hojjeteef dhiheessu utuu hin qabatin hin seenu.+