-
Leewwota 16:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 “Kun isiniif dambii dhaabbataa ni taʼa: Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa kurnaffaatti of cunqursaa;* lammiin biyyattiis taʼe namni biyya ormaa isin gidduu jiraatu hojii akkamii iyyuu hin hojjetin.+ 30 Isin qulqulluu akka taatan labsuuf guyyaa kanatti araarri+ isiniif ni godhama. Isinis cubbuu keessan hundumaa irraa Yihowaa duratti qulqulluu ni taatu.+
-