LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:27-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Haa taʼu malee, jiʼa torbaffaa kana keessaa guyyaan kurnaffaan Guyyaa Araaraa ti.+ Walgaʼii qulqulluu kabajaa, of cunqursaa,*+ akkasumas aarsaa ibiddaan dhihaatu Yihowaadhaaf dhiheessaa. 28 Guyyaan kun guyyaa araaraa isa Waaqa keessan Yihowaa duratti araarri itti isiniif godhamu waan taʼeef,+ guyyaa kanatti hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa. 29 Namni* guyyaa kanatti of hin cunqursine* kam iyyuu saba isaa gidduudhaa ni balleeffama.*+ 30 Ani nama* guyyaa kanatti hojii akkamii iyyuu hojjetu hundumaa saba isaa gidduudhaa nan balleessa. 31 Hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa. Kun, eessa iyyuu yoo jiraattan dhaloota keessan hundumaatiif dambii dhaabbataa taʼe dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi