Baʼuu 30:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Aaron iddoo aarsaa sana qulqulleessuuf dhiiga horii isa aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu irraa+ gaanfota iddoo aarsaa irratti haa dibu. Innis isa qulqulleessuuf guutummaa dhaloota keessanii keessatti waggaatti siʼa tokko akkana haa godhu.+ Inni Yihowaadhaaf hundumaa caalaa qulqulluu dha.” Leewwota 25:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa kurnaffaatti sagalee isaa guddistee xurumbaa* afuufta; Guyyaa Araaraattis+ sagaleen xurumbaa guutummaa biyya kee keessatti akka dhagaʼamu ni goota.
10 Aaron iddoo aarsaa sana qulqulleessuuf dhiiga horii isa aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu irraa+ gaanfota iddoo aarsaa irratti haa dibu. Innis isa qulqulleessuuf guutummaa dhaloota keessanii keessatti waggaatti siʼa tokko akkana haa godhu.+ Inni Yihowaadhaaf hundumaa caalaa qulqulluu dha.”
9 Achiis jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa kurnaffaatti sagalee isaa guddistee xurumbaa* afuufta; Guyyaa Araaraattis+ sagaleen xurumbaa guutummaa biyya kee keessatti akka dhagaʼamu ni goota.