13 Haa taʼu malee, namni tokko qulqulluu taʼee utuu jiruu yookiin karaa utuu hin deemin aarsaa Faasikaa qopheessuu yoo dhiise, yeroo isaaf ramadametti aarsaa Yihowaa waan hin dhiheessineef, namni sun saba isaa gidduudhaa haa balleeffamu.+ Namichi cubbuu isaatiif itti gaafatama.