15 Guyyaa torbaaf maxinoo ni nyaattu.+ Eeyyee, guyyaa jalqabaatti bukoo raacitii qabu manneen keessan keessaa ni balleessitu; sababiin isaas, namni guyyaa jalqabaatii kaasee hamma guyyaa torbaffaatti wanta raacitii qabu nyaatu kam iyyuu Israaʼel keessaa ni balleeffama.