Leewwota 16:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “Kun isiniif dambii dhaabbataa ni taʼa: Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa kurnaffaatti of cunqursaa;* lammiin biyyattiis taʼe namni biyya ormaa isin gidduu jiraatu hojii akkamii iyyuu hin hojjetin.+
29 “Kun isiniif dambii dhaabbataa ni taʼa: Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa kurnaffaatti of cunqursaa;* lammiin biyyattiis taʼe namni biyya ormaa isin gidduu jiraatu hojii akkamii iyyuu hin hojjetin.+