LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Haa taʼu malee, jiʼa torbaffaa kana keessaa guyyaan kurnaffaan Guyyaa Araaraa ti.+ Walgaʼii qulqulluu kabajaa, of cunqursaa,*+ akkasumas aarsaa ibiddaan dhihaatu Yihowaadhaaf dhiheessaa. 28 Guyyaan kun guyyaa araaraa isa Waaqa keessan Yihowaa duratti araarri itti isiniif godhamu waan taʼeef,+ guyyaa kanatti hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.

  • Lakkoofsa 29:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “‘Jiʼa torbaffaa kana keessaa guyyaa kurnaffaatti walgaʼii qulqulluu godhadhaa;+ ofis cunqursaa.* Yeroo kanatti hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi