LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, lubbuun foonii dhiiga keessa jira;+ anis akka araara isiniif* argamsiisuuf iddoo aarsaa irratti isa isiniif kenneera;+ kunis kan taʼe, karaa lubbuu isa keessa jiruun araarri akka argamu kan godhu dhiiga sana waan taʼeefi.+

  • Hojii Ergamootaa 13:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Seerri Musee qajeelaa isin gochuu hin dandeenye;+ haa taʼu malee, duʼa namicha kanaatiin kan kaʼe Waaqayyo nama amanu kam iyyuu qajeelaa jedhee ni waama.+

  • Efesoon 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi