LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yihowaanis Museedhaan, “Yeroo ani sii wajjin dubbadhu sabichi akka dhagaʼuuf, akkasumas yeroo hundumaa si irrattis amantii akka qabaatuuf, kunoo, ani duumessa gurraacha keessa gara kee nan dhufa” jedhe. Achiis Museen wanta sabichi dubbate Yihowaatti hime.

  • Baʼuu 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi