LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaanis Museedhaan, “Gaaricha irratti gara kootti ol baʼiitii achi turi. Gabateewwan dhagaa seerichaa fi ajaja isa qajeelfama akka isaaniif taʼuuf ani irratti barreessu sana siif nan kenna”+ jedhe.

  • Baʼuu 31:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.

  • Keessa Deebii 4:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaanis ibiddicha keessaa isinitti dubbachuu jalqabe.+ Isin sagalee dubbatu kan dhageessan taʼus, wanta tokko illee hin argine;+ sagalee qofatu dhagaʼama ture.+ 13 Innis kakuu isaa isa akka eegdan isin ajaje sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan*+ sana isiniif ni labse.+ Achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi