Keessa Deebii 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Yihowaan gabateewwan dhagaa lamaan warra quba Waaqayyootiin irratti barreeffame naaf kenne; wanti Yihowaan guyyaa yaaʼichaatti* gaaricha irratti ibidda keessaa isinitti dubbate hundis isaan irratti barreeffamee ture.+
10 Achiis Yihowaan gabateewwan dhagaa lamaan warra quba Waaqayyootiin irratti barreeffame naaf kenne; wanti Yihowaan guyyaa yaaʼichaatti* gaaricha irratti ibidda keessaa isinitti dubbate hundis isaan irratti barreeffamee ture.+