LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Sagaleen xurumbaa sanaa ittuma dabalaa yeroo deemutti Museen ni dubbata ture; sagaleen Waaqa dhugaas isaaf ni deebisa ture.

  • Keessa Deebii 4:10-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyaa isin Horeeb keessatti Waaqa keessan Yihowaa dura dhaabbattanii turtanitti Yihowaan, ‘Isaan yeroo lubbuudhaan lafa irra jiran hundumaatti na sodaachuu akka baratanii+ fi ijoollee isaaniis akka barsiisaniif,+ ani dubbii koo akkan isaan dhageessisutti sabicha gara kootti walitti qabi’ naan jedhee ture.+

      11 “Kanaafuu, isin dhihaattanii gaaricha jala ni dhaabbattan; gaarichis ibiddi isaa hamma samii* bira gaʼutti bobaʼaa ture; dukkanni, duumessii fi duumessi gurraachis jira ture.+ 12 Yihowaanis ibiddicha keessaa isinitti dubbachuu jalqabe.+ Isin sagalee dubbatu kan dhageessan taʼus, wanta tokko illee hin argine;+ sagalee qofatu dhagaʼama ture.+ 13 Innis kakuu isaa isa akka eegdan isin ajaje sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan*+ sana isiniif ni labse.+ Achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi