LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+

  • Ibroota 12:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Isin wanta harkaan qaqqabamuu dandaʼu,+ isa ibiddaan gubatu,+ duumessa gurraacha, dukkana cimaa fi bubbee,+ 19 akkasumas sagalee malakataa+ fi sagalee+ Waaqayyoo isa namoonni sun yommuu dhagaʼan sana caalaa akka isaanitti hin dubbatamne kadhatan sanatti hin dhihaanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi